Waancaa awurooppaa. Biyyoonni kunneen tapha waancaa ....
Waancaa awurooppaa. Biyyoonni kunneen tapha waancaa . Nov 4, 2025 · Riyaal Maadriid Waancaa shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa yeroo 15 injifachuun isa jalqabaa yoo ta’u, Liiverpuul yeroo 6 injifachuun sadarkaa 4ffaa qabatee jira. Eebbissaa Naggassaa gabaasaa qaba. Kilaboonni lamaan taphoota waliin 12 keessaa Riyaad Maadriid yeroo 7 yoo injifatu, Liiverpuul si’a 4 injifachuun tapha1 qabxii qoodataniiru. Jun 12, 2024 · Waancaa Awurooppaa waggaa afur dura bara 2020 gaggeeffameen garee Ingilaandiifi Xaaliyaanitu waancaaf qaqqabe. Waxabajjii 07/2016(TOI)-Waancaan Awurooppaa a7ffaan Jarman keessummeessitu har’a jalqabama. Sagantaa Waancaa Awurooppaa, istaadiyeemii itti May 9, 2025 · Kileboonni Ingilizii lamaan Piriimer Liigii keessaa balaarra jiran Maanchister Yuunaayitidii fi Tootenhaam waancaa Awurooppaa Liigiif darban. Jarmanii fi Skootlaand tapha waancaa Awurooppaatiin yeroo lammaffaaf waliin taphatu. Tapha Jarmaniin Iskootilaand waliin taphattuun banama. Jul 8, 2024 · Waancaa Awurooppaa tapha nusa xumuraatiif biyyooni afur , jechun Inglizii, Ispeen, Neezeerlaand fi Faransaay darbuu isaanii mirkkaneeffataniiru. Jun 14, 2024 · Waancaan Awurooppaa 2024 (EURO 2024) har'a Jarmanii, magaalaa Muniik keessatti jalqaba. Taphni baniinsaa ramaddii tokko keessatti kan argaman Jarmanii fi Skootlaand jidduutti galgala sa’aatii 4tti Istaadiyeemii Aliyaanz Areenaa daawwattoota kuma 75 qabatutti nitaphatama. Jul 3, 2024 · Tilmaami Optaan qopheessituun Waancaa Awurooppaa 2024, Jarman, sadarkaa sadaffaan xumuruu malti jedheera. Ingilaandi, Faransaay, Jarman, Ispeeniifi Porchugaal biyyoonni shan nuusa xumura gahuuf carraa dhibbantaa 50 ykn isaan ol qabu jedhamanidha. Ispeen, Porchugaal, Nezerlaand, Xaaliyaaniifi Beljiyeem tooraan tilmaama itti aanu argataniiru. 5qh6u, buuq1k, 9wxd0, bn0hws, rvuh, gxfs, aiqzla, qt8zc, i2j5h, c3y4j,